Yoommuu laalu abbaankoo muccayyoon kun faranjii taati jedha. Faranjii …laught…baqaa biyya alaattin ishee ergadhaa faranjii taatii isheen asitti hin haftu jedhamaa faranjii ta’eetoo biyya alaatti ergamuun sun Finfinneen dhufe calqaba. Kan galgalaa barachuudhafii jechuudha. Kan daa’immanii. Ganna ji’a lamaa baraa sadeetamii tokko sadeettamii lama akkasi gana dhufee baradheera kan daa’imanii. Dhufee baradhee galee. Gana laman […]
jabaa one
songs by taddalaa Gammachuu